Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Qubee-Based Afan Oromo Children’s Textbook from 1980 (Used in OLF-Liberated Parts of Oromia, 1980-91)

Posted: Sadaasa/November 24, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (2)

Qubee Afaan Oromoo Waggaa 35 Har’aa

Seenaa barnoota qubee afaan Oromoo keessatti ABOn dirree dhihaa fi baha keessatti daa’imaa fi gaheessa dirree bilisoomtee fi jireenya baqaa irra turan biyyoota ollaa keessatti barsiisaa ture, waraana dabalatee jechuu dha. Kitaaboti ABOn ittiin barsiisaa ture hedduu hedduu dha. Ammoo akka fakkeenya kitaabota ABOn bara 1980 keessa ijoollee ittiin barsiisaa ture har’aaf isinii erge. Kun har’a waggaa 34 ta’e jechuu dha. KITAABA IJOOLLEE Barreefama Lammaffaa gara page 100 ol qaba ture keessaa hamma tokko kunoo siif erge.

Kana yeroon ergu kitaabni ijoolleen dirree turan waggaa 35 dura ittiin barachaa turan kana qofa jechuu osoo hin taane hedduu hedduu dha.

1. Quuluu Bareedaa
2. Hilleessa,
3. Abbaa guddoo
4. Barreeffama qubee jedhchootaa
5. Qubee Afaan Oromoo sadarkaa 1ffaa, sadarkaa 2ffaa hamma 5ffaa fi kaanis hedduu hedduutu jira.

fi kkf hedduu turre. Yaadatnoof jecha gama keessan dabarse.

I.U.Of!

—————————-

(The PDF file for the following scanned photos can be accessed here.)

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_1

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_2

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_4

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_3

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_5

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_6

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_7

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_8

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_9

Qubee Afaan Oromoo bara 1980 ABO_10

Gadaa.com

[custom-facebook-feed]

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Comments ...

  1. AfaanPDF Reply

    November 25, 2014 at 12:45 am

    What if PDF of this Afaan Oromo available so that we can download, and save on our computer then access it to our children?

    =================

    Webmaster’s Comment: here’s the PDF file – http://gadaa.net/wp-content/uploads/2014/11/Qubee_Afaan-Oromoo-bara-1980-ABO.pdf

  2. AfaanPDF Reply

    November 25, 2014 at 3:36 am

    Thank you for the 10 pages of A, O, E, I and U (duubbaachiftuu). It is useful. It is very useful if a whole book in a PDF form is available on ayyaantuu and gadaa website for all.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *