Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

MUST-LISTEN | Hawwii Tazarraa: Geerarsa [New Oromo Protest Music]

If the audio from "SoundCloud" does not play automatically, click on the image with the "SoundCloud" logo below to go to "SoundCloud" and listen to the audio broadcast. If no audio, click on the image below:

Posted: Muddee/December 15, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (8)

Gadaa.com

[custom-facebook-feed]

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Comments ...

  1. Taammanaa Bitimaa Reply

    December 15, 2015 at 9:25 pm

    15. 12. 15

    Hawwii tiyya, hawwii teenya, hawwii uummata Oromoo miliyoona shantammanii,

    Sirba warraaqsaa isa akkamii! Sirba yeroo eeggattee, yeroon akka biiftuu ganamaatti nuuf baye! Sagalee miidhagduu akkamii! Walaloo miidhagaa akkamii! Sis, sagalee tees, Qeerroo Oromiyaas “ajab!” jedheetoo raajeffachuu malee, dinqiin dinqeeffachuu malee, maal jedheen maal hima-ree yaa tiruu too, yaa qeerrantittii Oromoo!

    Sirbi kee kun jiraa Oromoo dhisitii du’aa Oromoollee kan boolla keessaa olkaasee shimalaa fi mala qabachiisee ijoollee teenya ishii amma akka baala mukaatti nu jalaa harca’aa jirtu cinaa kan hiriirsu. Sirbi dhiichisaa fi sirbi geerrarsaa akkanatti walqabatee yoo dhiyaate irbaata qabsoo keenyaa isa nama quubsu nuuf taha. Sirbitoonni Oromoo kanneen biroos kana irraa barachuun waa nuuf dhiyeessu jedheen abdaddha!

    Egaa, tokkichi kunuu kan hamma kumaa tahullee adaraa kee waa nutti hin qusatiniitii damma irratti damma nuuf dabali! Akkuma ati sirba kana nu badhaafte Waaqni: umurii dheeraa, qabeenya dilbaawaa, jaalala biyyaa fi nagaa si haa badhaasu!

    Taammanaa Bitimaa
    Barliin, Biyya Jarmanii irraa

  2. Beeka Reply

    December 16, 2015 at 1:05 pm

    Hawwii!!!
    Jabaadhu!!! Haati sideesse ha bilisomtu. Itti dabali ammas.

  3. Dirree Reply

    December 17, 2015 at 4:53 am

    Hawwii Oromoo gltm Galani khe bilisuma oromoo ha tahu!!!

  4. abdisa Reply

    December 19, 2015 at 1:15 pm

    jabadhu sanyii tenyaa bilisumman sabaa kenyaaf

  5. Gadaa Reply

    December 20, 2015 at 10:05 am

    hawwii keenya, hawwwiin uummata Oromoo galma gahuun dhiyaateera!!!!! jabaadhaa uummata gurra buusaa!Nuuf jiraadhu

  6. Dimos Reply

    December 23, 2015 at 4:29 pm

    Thanks Hawwi & we are proud of you Sis!
    I have a simple but important message for all brothers & sisters of Oromo singers. Please keep voicing the suffering of your people before it is too late. History will parse your name and contribution in years to come.
    Dimos

  7. idriss Reply

    December 24, 2015 at 7:36 am

    Hawii ummatta Oromo. Sagalee ummatta Oromo nuuf jiraadhu, ulfadhu foon koo.

  8. Waqjiraa Gudataa Reply

    December 28, 2015 at 6:11 pm

    Kai Oromo for freedom or death, as the Oromo hero our Hawwii calling up on her nation, to rise up by sense of Oromummaa for the last push to take over our land and dignity or surrendered to minority hungry Tigre, time arrived for both options: freedom by our historical warrior when our national interest under threat as today by Tigre Oligarichs or slavery /to Tigre ??/.
    As the last option is on our dead body, every Oromo has a historical responsibility to participate on the ongoing uprising in Oromiyaa. Hawwi, Shamsadiin, Gamachuu , Sa’ad and Hirpha G. are calling us for our national Tumsa. !!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *