Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

BBC Afaan Oromoo: ‘Maalan jira’ irraa gara ‘Jirra’ – Haacaaluu Hundeessaa

Posted: Onkoloolessa/October 18, 2017 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

“Eenyutu Waddeessaa eenyutu Jaldeessaa?” Weellisaa Hacaaluu Hundeessaa

Sirbi qeenxee mata duree ‘Jirra’ jedhuun weellisaa Haacaaluu Hundeessaan tibbana gadi dhiise gamanumaan jaalatamumma guddaa horateera.

Haacaaluun walleewwan Afaan Oromoo ciigoon masakaman, qor-qalbii fi yaada ummataa calaqqisiisan aartiin miidhagsee gurra uummataan gahuun beekkamtii guddaa horate.

Weellisaa Daawitee Makonnin fakkeenya isaa kan godhate Hacaaluun muuziqaan hiree ganamaa isaa akka ta’e amana. “Ijoollummaakooti kaase afaan gabii nan qabu, inuman sirba,” jedha.

Read More (BBC Afaan Oromoo)

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *