Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Breaking News: OLF-Shane (Asmara-based OLF faction) meeting in Frankfurt ended with disruption

Posted: Onkoloolessa/October 22, 2017 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (13)

The following Amharic report is via Radio Afuura Biyyaa.

Update: video of the incident attached below.

—-

—-

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Comments ...

  1. Itichaa Sabaa Reply

    October 23, 2017 at 2:20 am

    ABO n Akeeka hin daddaaqamne qaba.Innis Bilisummaa saba Oromoo fi Walabummaa Oromiyaati.Kanneen dhaaba kana hoggananis warra ofdhuunfatanii jiruu fi jireenya ,faayidaa dhuunfaa, lagatanii umrii isaanii guutuu akeeka kana galiin geenya jedhanii gammoojjii fi bosona keessa akka bineensaa jiraachaa jiranidha.Qabsoo geggeessaa jiran kanaan mindaa argatan tokko illee hin qabani.
    Immoo warri ergamtoota Wayyaaneen lafuama Oromoofaa badhaastee qabeenyuma Saba keenyaan saba keenya irratti bobbaaste maqaa diaspora tiin Addunyaa kana keessa guutanii waan jiraniif sochii gar-gaarsa ABO f godhamu carraa argatanitti gufachiisuun hojii gooftonni isaanii Wayyaaneen itti kennite raawwachuudha.yoo gabaasni afuura biyyaa dhugaadha ta’e kan raawwatame sanuma ta’a.Garuu itti fufa hin godhatu.
    Daawud itti mindoome miti akka dhuunfaatti jireenyaa fi jiruusaati dabarsee sabaaf kenne malee.
    Kanaaf inna gabaasa armaa olii barreesite kun aanguudhuma mootummaa biyya bulchaa jiru qabu tokkootti gabaasuun kee hubannoo Qabsoo Bilisummaa Sabaaf godhamu bilchinaan waan beektu natti hin fakkaatu hundaafuu ammaaf nagaatti.
    B/A/B

  2. Mihiret Reply

    October 23, 2017 at 3:24 am

    Gadaa so what we know always ABO lead by Jale Jawud Ibsa

  3. Chala Reply

    October 23, 2017 at 6:15 am

    Warri walgayii kana jeeqnee jedhanii akka milkiitti yaaddatan dogoggora cimaa dha. Bor qamni jarri deggeranii fi eebbisee,ijaaree isaan bobbaases carraadhuma kana fakkaatutu eeggachuunii ni mala. Kun dogoggora cimaa baayyee itti gaabbamuuf jiruu dha. Waalgayii jeeqame irra achi dabarsee nama ilaaleef kun waan gadhee dha. Itti qaanfachuu qabu.

  4. chala Reply

    October 23, 2017 at 6:30 am

    Hattoota isin beeyna

  5. Chala Reply

    October 23, 2017 at 6:37 am

    How Radio Afuura Biyyaa compiled its report is a shameful one. Of course it tells how biased you are and you don’t even possess a single quality of journalism. You are bunch of propagandists eagerly wishing for the demise of OLF, but that will never happen. No matter what it encounters on the road to Bilisummaa,the OLF will get to where it has been established to get to !

  6. TULLUU DHANQUU Reply

    October 23, 2017 at 11:06 am

    namoonni tokkoo tokkoo ammas biyyaa qaroomee keessa ta’ aani dukkana keessa jiraatu. Namichi mirgaa fi dirqama koo nan beeka jedhee lallaabuu kun iyyuu malee warreen kaan mirgaa nagaan waan bahiniif ittin dhaga’ aan yemuu dhorkuu sagalee olkaa’ aan obobsuun yemmuu nagaa naannoo jeequu mirgaa qobatti kennameef qaba? yoo qaroome ta’ ee akka nama tokkootti maaf hin mormiine, yaadaa isaa hala qaroomeen hin dhiyeeffanne, eenyuutu isa erge? moo maafaan caalameedha?

  7. TULLUU DHANQUU Reply

    October 23, 2017 at 11:16 am

    we knew OLF lead by Daud Ibsa we don’t others. if their is another OLF it used that name for Business

  8. sham Reply

    October 25, 2017 at 12:29 am

    gowwa barbaada shane tan dabartehu sheenadha jira waan isiin nugootan
    yaa haatu

  9. Najjoo Qilxuu Reply

    October 25, 2017 at 10:47 am

    Raadiyoo hafuura biyyaa kanaf dhalattee?: muu doomi, dhala dhabi, qacceen kee haa citu, osuma nyaattuu beela’i, osuma dhugduu dheebodhu, dachiin kun si haa jibbitu, bobbaan kee hin milkaahin. Amiin

  10. Muxuurree Gondol Reply

    October 29, 2017 at 7:27 pm

    When Dawuud Ibsaa Ayyaanaa was elected to lead the Oromo Liberation Front (OLF)/Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) in 1999, when he gracefully received the post/position of chairman of the OLF/ABO from his predecessor (Obboo Galaasaa Dilboo), he was expected to unify the Oromo nation, mend the old wounds and move the Organization in the right directions; instead the OLF/ABO has been divided in to breakaway regional faction and has been in downward spiral with no end in sight.

    If the OLF is to continue and succeed, it needs to be a well-functioning organization – what it definitely is not at the present time. The faction „Shanee-OLF“ must be avoided and the original organization name must be consolodated als OLF/ABO to alleviate the confustion of the Oromo people regarding the different factions of this organization. To become such an organization, it needs to look for dynamic leadership in the younger generation of Oromos not cumbered/stressed by any personal issues among the current leaders. Such new and younger leadership has a better chance of unifying the OLF factions, of re-making the organization and of building capabilities and processes consistent with the OLF mission: the advancement of the struggle and eventual achievement of Oromo people’s aspiration for an independent Gadaa Republic Oromiyaa and a free Oromo people.

  11. Barii Bariso Reply

    November 1, 2017 at 2:29 am

    Radio Hafuura Biyya, sounded like woyyanee radio, I am not happy with Obbo Dawud leadership. Because , the organization is became weaker and the oromo people in diaspora became more divided than ever. However, I do not celebrate it. If I am not wrong, you guy went to finfinne to negotiate with Woyyane. They kicked you out in 24 hours. Now, you are reporting breaking news how someone disturbed the oromo meeting it looks that you are very happy about it. If your group organize the public meeting and someone prevent you from communicating new naftagna’s message what do think?
    Even, the shane who is in Asmera are better than you. Do they are employees there? Do they are attending scholarship? Being in USA, living your very comfortable life does not make you better than shanee. shame on you to spread such a very cheap and nonsense as a news!

  12. Lammeessaa Reply

    November 1, 2017 at 7:26 pm

    Dawuud Ibsaa Ayyaanaa undermined the unity of OLF and its members. He abandoned the struggle, the objective of the struggle, the country and freedom fighters and left for exile. Not only these, he has been working hard from exile to divide the Oromo people as he did to the OLF. Here, he failed in his mission of dividing the Oromo people. The Oromo unity is stronger than ever before. He is an enemy agents.

  13. Fayyisaa Gammachuu Reply

    November 2, 2017 at 7:50 pm

    Seenaa qabsoo ilma namaa keessatti kan hoogganummaa irra taa’ee dhaaba ofii diigee fi miseensa dhaabaa facaase argamees, dhagahamees hin beekkamu. Kan duraa kan dhaaba ofii hoogganu diigee fi miseensa dhaabaa facaase Daawuu Ibsaa Ayyaanaa duwwaa dha. Odoo bara 1999, Daawuud Ibsaa Ayyaanaa hoogganummaa fudhatuu baate, qabsoo Oromoo, ABO fi miseensootni isaa qaanii, salphinna fi kufiittii har’aa kana keessatti hin argaman ture.

    Gaafiin jiru, Daawuud Ibsaa Ayyaanaa maaliif hoogganummaa fudhatuu fudhate? Akkumma hoogganummaa fudhateen maaliif Oromiyaa keessaa baqatu filate? Baqatummaa irraa maalii ABO diigutti fuulleeffate? Maaliif miseensoota walitti buusuu fi facaasuu filate? Maaliif, tokkummaa Oromoo, miseensootaa fi qabsoo bilisummaa Oromoo irratti mudaa ta’uu filate? Namni kun, maaliif, dhiiga lammiwwanii kan kumaatamootan qabsoo bilisummaa kana keessatti wareegaman irra ijjatee tarkaanfatuu filate? Hojiin isaa kun farrummaa inni Oromoo fi Oromiyaa irratti ifatti mul’isa. Kanaaf, namichi kun farra ABO, farra qabsoo bilisummaa Oromoo fi farra tokkummaa Oromoo ti.

    Yaa Rabbi, Yaa Waaqa, Yaa Gooftaa Sharrii fi Shira Daawuud Ibsaa Ayyaanaa ABO irratti, tokkummaa Oromoo irrati fi qabsoo bilisummaa Oromoo irratti hojjataa turee fi hojjataa jiru kana doomsi,fashalisiis, naafis. Nagaa kee nuu buuse; tokkummaa keenya nuu jabeesi. Yaa Rabbi si kadhannaa humna nuuf ta’i.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *