Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

OBN: Sh. Al-Amoudi donates 40-mil Birr towards rehabilitation of the displaced in eastern Oromia

Posted: Onkoloolessa/October 21, 2017 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

[OBN 11 02 2010] Sheek Mahaammad Alii Allaamuddiin lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa laatan.

Deeggarsa Birrii miiliyoona 40 kana har’a harka pireezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaatti laatani jiru.
Maallaqichis lammiilee naannoo Somaalee Itiyoophiyaarraa buqqa’an deeggaruuf kan oolu ta’a.

Deeggarsa maallaqaa baankiiwwanitti kuufamaa jiruun ala, lammiileen amma humna isaanii gargaarsa taasisaa jiru.

Oduu birootin, koonsartiin muuziqaa ‘Lammiin Lammiif’ jedhuun; lammilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa walitti qabuuf qophaa’aa ture dheereffameera.

Koonsartichi Koree Gumii Artiistota Oromootin Onkololeessa 12/2010tti yaadameet ture.

Haata’uutii haalli nageenyaa keessa jirru amansiisaa waan hin taanef yeroo murtaa’ef darbeera jedhame.

PBMNO Kabajamoo Obbo LAMMAA MAGARSAAN HAALA YEROORRATTI OBN’f IBSA KENAANNI JIRU. Baldhinaa yeroo ODUU keenya sa’aa 1:00 irratti nu eega. Akaaluu Baqqalaatu gabaase.

Credits/Tags: ,

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *