Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

BBC: Hogganaan Kominikeeshinii Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’a hidhaman

Posted: Bitootessa/March 15, 2018 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

BBC: Hogganaan Kominikeeshinii Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’a hidhaman

Itti gaafatamaan Kominikeeshinii Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’a har’a ganama hidhamuun dhagahame.

Namoonni argan BBC’tti akka dubbatanitti har’a ganama magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee naannawa mana jireenya isaanii Addisuu Gabayaa jedhamuuti poolisoota federaalaa hidhataniin to’annaa jala oolan.

Haati warraa isaanii addee Sintaayyoo Alamaayyoonis hidhamuu isaanii mirkaneessaniiru.

“Qabamuu isaa dhagaheera, eessa akka geessan hin beeku, Konkolaataan isaa karra irra dhaabatti ture, gaggeesseen biraa deebi’e.”

READ MORE (BBC Afaan Oromoo)

Credits/Tags:

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *