Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

BBC-AO: Irreechi Tulluu kabajamaa jira

Posted: Ebla/April 26, 2018 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

BBC-AO: Irreechi Tulluu kabajamaa jira

Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo keessaa Irreessi/Irreechi iddoo olaanaa qaba. Oromoon kadhaa waaqaa fi galata galchuuf jecha tulluufi malkaatti ba’ee irreeffata.

Wayita arfaasaa tulluutti ba’uun roobaafi nagaa akkasumas badhaadhina waaqa kadhata Oromoon, ganni ba’ee wayita birraan bari’u ammoo waaqa bacaqii gannaarraa booqaa birraatti nu ceesisteef galata hoodhu jedhu.

Egaan waqtii ammaas arfaasaan waan dhufee jiruuf Irreechi Tulluu kutaalee Oromiyaa garagaraa keessatti kabajamaatti jira.

Torban darbe keessa Irreechi Tulluu ykn Arfaasaa Godina Jimmaa Tulluu Beegiitti kabajameera.

READ MORE: BBC Afaan Oromoo

—- RELATED: Photos of Irreecha Tulluu from Social Media:

IRREECHI TULLUU BEEGGII bara 2018:

IRREECHI TULLUU FURII bara 2018:

More Photos:

Adaamii Tulluu:

Credits/Tags: ,

Gadaa.com

Facebook Posts

This message is only visible to admins:
Unable to display Facebook posts

Error: Error validating application. Application has been deleted.
Type: OAuthException
Code: 190
Click here to Troubleshoot.

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *