Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » Authors » Abdii Boruu

Abdii Boruu:- Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee

Abdii Boruu:- Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee

Abdii Boruutiin* Dhiyoo kana faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu ilaalchisee mootummaan Wayyaanee labsii mata dureen isaa “የኦሮሚያ ክልል በፊንፊኔ/አዲስ አበባ ላይ ያለውን ሕገ-መንግስታዊ ልዩ ጥቅምን አስመልክቶ የተዘጋጀ የጥናት ሰነድ“…

Abdii Boruu:- Dhaloota seenaa boonsaa galmeessaa jiru

Abdii Boruu:- Dhaloota seenaa boonsaa galmeessaa jiru

Abdii Boruutiin* Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) bu’aa bayii hedduu keessa dabartee as geessullee, waggoota shanii jaha ofduuba garagallee haala ture yoo yaadannu, qabsoon teenya laaftee abdii kutachiisaarra waan geesse fakkaata…

Abdii Boruu:- Qabsoon karaa nagaa dhugumatti Impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?

Abdii Boruu:- Qabsoon karaa nagaa dhugumatti Impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?

Abdii Boruutiin* Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira qabaniis ilaaluun barbaachisaa dha. Innii kunis, qabsoon hidhannoo maaliif barbaachisa ykn maaliif…

Abdii Boruu:- ABO -> AWO -> Jijjiirama -> ADO -> KWO -> ??? fi THBO … Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru?

Abdii Boruu:- ABO -> AWO -> Jijjiirama -> ADO -> KWO -> ??? fi THBO … Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru?

Abdii Boruutiin* Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti hin seenin dura, warra maqoota jaarmayaaota Oromoo kana hin beekneef ykn hirraanfataniif ibsi isaanii akka armaan gadii ti: ABO = Adda Bilisummaa Oromoo…

Abdii Boruu:- Garaagarummaa AFD fi PAFD

Abdii Boruu:- Garaagarummaa AFD fi PAFD

Abdii Boruutiin* Gara dhimma mata-duree kanaatti otuu hin seenin dura, jechootni lamaan AFD fi PAFD Afaan Ingiliziitiin (AFD = Alliance for Freedom and Democracy; PAFD = Peoples’ Alliance for Freedom…

Abdii Boruu:- Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?

Abdii Boruu:- Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?

Abdii Boruutiin* Uummatni ykn sabni gabrummaa keessa jiru yoomiyyuu jiruu fi jireenya gaarii qabaachuu baatullee, haalli uummatni keenya, uummatni Oromoo keessa jiru yeroodhaa yerootti hammaachaa dhufee; sadarkaa hamaarra akka gahe…

Abdii Boruu:- Afaan Oromoo wiirtuu (jiddugala) qorannoo qabaachuu qaba

Abdii Boruu:- Afaan Oromoo wiirtuu (jiddugala) qorannoo qabaachuu qaba

Abdii Boruutiin* Dhimmi kun yeroo baay’ee sammuu kiyya keessa deddeebi’ullee, barruu gabaabaa kanaan yaada kiyya akkan dhiyeessu kan na taasise gaafii fi deebii Dr. Abdulsamad Mohammad OMN wajjin godhan OMN:…

Abdii Boruu:- Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u

Abdii Boruu:- Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u

Abdii Boruutiin* Mirga namummaa kabajjiisuufis ta’ee bilisummaa dhaban deebisanii argachuuf qabsoon karaa nagaatiin godhamu filannoo (option) gaarii akka ta’u kun dhugaa waliigalaa ti. Haa ta’u malee, biyya akka impaayara Itoophiyaa,…

Abdii Boruu:- Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruu:- Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruutiin* Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu ragaa ta’a. Bu’aa bayiin kun…

Abdii Boruu:- Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruu:- Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruutiin* Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi tooftaalee adda addaatti fayyadamuun waanuma…

Page 1 of 212