Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » Authors » Abdii Boruu (Page 2)

Abdii Boruu:- Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruu:- Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruutiin* Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu ragaa ta’a. Bu’aa bayiin kun…

Abdii Boruu:- Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruu:- Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruutiin* Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi tooftaalee adda addaatti fayyadamuun waanuma…

Abdii Boruu: Ayyaanni Irreechaa akka Ayyaana Biyyoolessaa Oromiyaatti guyyaa murtaaye tokko kabajamuu qaba

Abdii Boruu: Ayyaanni Irreechaa akka Ayyaana Biyyoolessaa Oromiyaatti guyyaa murtaaye tokko kabajamuu qaba

Abdii Boruutiin* Onkoloolessa bara 2012, mata-duree “Ayyaanni Irreessaa (Irreechaa) mallattoo Oromummaa waan ta’eef, bakkee hundattuu bal’inaan kabajamuu qaba” jedhuun dhimma kanarratti barreeffama gabaabaa tokko dhiyeesseen ture. Fakkeenyaaf: http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/ayyaanni-irreessaa-irreechaa-mallattoo-oromummaa-waan-taeef-bakkee-hundattuu-balinaan-kabajamuu-qaba/ Barreeffamni gabaabaan…

Abdii Boruu: Abbootiin Gadaa Oromoo hangam mootummaa Wayyaaneerraa walaba ta’anii hojjechaa jiru?

Abdii Boruu: Abbootiin Gadaa Oromoo hangam mootummaa Wayyaaneerraa walaba ta’anii hojjechaa jiru?

Abdii Boruutiin* Gaafii akka mata-dureetti dhiyeesse kanarratti yaada kiyya otuu hin ibsin dura waa lama galateeffachuun barbaada. Inni Tokko Waldaan Qorannoo Oromoo (WQOn) ykn OSAn erga ijaaramee kaasee haa xinnaatan…

Abdii Boruu: Cufamuun SNR hir’ina miidiyaa uumuu qofaa otuu hin taane kun Oromoof qaanii dhas

Abdii Boruu: Cufamuun SNR hir’ina miidiyaa uumuu qofaa otuu hin taane kun Oromoof qaanii dhas

Abdii Boruutiin* CUFAMUUN SNR HIR’INA MIIDIYAA UUMUU QOFAA OTUU HIN TAANE KUN OROMOOF QAANII DHAS Waayee cufamuu ykn qilleensarraa bu’uu Raadiyoonii Sayifa Nabalbaal (Seife Nebelbal Radio=SNR) yeroon dubbisu amanuun dadhabe.…

Abdii Boruu: Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu

Abdii Boruu: Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu

Abdii Boruutiin* SOCHIILEEN BARA 2014 GODHAMAN SEENAA UUMMATA OROMOO KEESSATTI BAKKEE GUDDAA QABU Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne, wanti…

Abdii Boruu: Humna Waraanaa Oromoo cimsuun gaafii yeroo waan ta’eef deebii hatattamaa argachuu qaba

Abdii Boruu: Humna Waraanaa Oromoo cimsuun gaafii yeroo waan ta’eef deebii hatattamaa argachuu qaba

Abdii Boruutiin* HUMNA WARAANAA OROMOO CIMSUUN GAAFII YEROO WAAN TA’EEF DEEBII HATATTAMAA ARGACHUU QABA Barreeffama kiyya kan isa kana duraa keessatti waayee barbaachisummaa cimina qabsoo hidhannoo kaasee waanan tureef, har’as…

Audio Version – Abdii Boruu: Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Audio Version – Abdii Boruu: Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Sagalee (Falmataa Roorroo): – MP3 FILE ——– Abdii Boruu: Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?…

Abdii Boruu: Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Abdii Boruu: Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Abdii Boruutiin* OROMOO FI OROMIYAA GABRUMMAA KEESSA TURSIISUUF AMMAS ITTI QOPHAAYAMAA JIRAA? Yeroo tokko tokko dabree dabree waan tokko tokko ilaaluuf yoo ta’e malee, anillee “Facebook” tti fayyadamuuf yeroos ta’ee,…

Page 2 of 212