Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » Authors » Baarentuu Gadaa

Baarentuu Gadaa:- Abbootiin Irree Odoo Dhaadatanuu Hallayyaa Bu’u

Baarentuu Gadaa:- Abbootiin Irree Odoo Dhaadatanuu Hallayyaa Bu’u

Baarentuu Gadaa irraa* Abbootin irree baayyeen osoo dhaadatanuu, osoo gaafii ummataa qixa sirriin deebisuurra humnaan ukkaamsuun bara bittaa dheereeffachuuf carraaqanu hallayyaa hin deebine bu’aa turan, bu’aas jiru. Keessumaa abbootiin irree…

Baarentuu Gadaa:- Shiftoonni waliin dhahuu itti fufan!

Baarentuu Gadaa:- Shiftoonni waliin dhahuu itti fufan!

Baarentuu Gadaa irraa* Shiftoonni sirna hin beekan, seeras hin qaban, seerri isaan hin abboomu. Safuu, duudhaa, namni maal naan jedhaan isaan bira hin jiru. Bor maal taanaanis qayee shiftootaa hin…

Baarentuu Gadaa:- Sirbaa fi Dhiichisaan Lafa Qaacceessuun Gaafii Oromootif Deebii Hin ta’u!

Baarentuu Gadaa:- Sirbaa fi Dhiichisaan Lafa Qaacceessuun Gaafii Oromootif Deebii Hin ta’u!

Baarentuu Gadaa irraa* Ummanni Oromoo barootaaf mirga isaa, mirga dimookiraasii fi umamaa kabachiifachuuf qabsaawaa ture, ammas qabsoo hadhoofturra jira. Amma biyya abbaa isaa dhuunfatutti, hiree isaa ofiin murteeffachuu danda’uttis qabsoo…

Baarentuu Gadaa:- Wayyaaneen Ergamtoota Bobbaafte!

Baarentuu Gadaa:- Wayyaaneen Ergamtoota Bobbaafte!

Baarentuu Gadaa irraa* Dhugaadhaaf, bilisummaaf, wal qixxummaa fi mirga abbaa biyyummaa ofitiif dhaabbannaan hidhaman ni hiikkatu, madaahan ni fayyu, du’anis ni galu. Dhugaan injifataadha. Inni dhugaa qabatee qabsaawe, inni walqixxummaaf…

Baarentuu Gadaa:- "Gootonni Misoomaa" Sun Essa Seenan?

Baarentuu Gadaa:- "Gootonni Misoomaa" Sun Essa Seenan?

Baarentuu Gadaa Irraa* Dargaggeessi Abbaa isaa waliin Finifnnee Jiraatu tokko akkamitti akka soba barachuu danada’u hubachuuf jecha abbaa isaatti hiiqee “Maaloo yaa abbaakoo soba nabarsiisii” jedhee gaafatee jedhama. Abbaanis nama…

Baarentuu Gadaa:- Yeroon Kan Taa’anii Xiinxala Itti Gaggeechanii Miti

Baarentuu Gadaa:- Yeroon Kan Taa’anii Xiinxala Itti Gaggeechanii Miti

Baarentuu Gadaa irraa* Yeroon kessa jirru yeroo qabsoon hadhooftuun itti gaggeeffamaa jiruu dha. Qabsoon hidhannoo, FDG Oromiyaa keessatti finiinaa jiru baddaa gammajjiittii badaayiyyaa, magaalaatti diina wat-waachisaa jira. Ilmaan Oromoo gabrummaa…

Baarentuu Gadaa:- Ummanni Keenya Karaa Adda Addaan Dhumaa Jira!

Baarentuu Gadaa:- Ummanni Keenya Karaa Adda Addaan Dhumaa Jira!

Baarentuu Gadaa irraa* Erga guyyaatti 3 ol nyaanna jedhamee Wayyaaneedhaan hololamu eegalee waggoottan 24 darbaniiru. Muummicha ministeeraa Wayyaanee kan ture Mallas Zeenaawi irraa eegalee hanga ergamticha har’aa H/ Maariyaam Dassaalanyitti…

Baarentuu Gadaa:- Wayyaaneen Maqaa Maastar Pilaanii Jedhuun Ajjeechaa 2ffaa Nurratti Labsuuf Jirti

Baarentuu Gadaa:- Wayyaaneen Maqaa Maastar Pilaanii Jedhuun Ajjeechaa 2ffaa Nurratti Labsuuf Jirti

Baarentuu Gadaa irraa* Maastar pilaaniin Finfinnee naannwa Finfinnee walitti makuuf qophaawee ture dhiiga sabboontoota lammiif lubbuu isaanii dabarsanii kennaniin akka hojiirra hin oolle yeroofis ta’u uggurameera. Gootonni, sabboontoonni, barattoonni dargaggoonni…

Baarentuu Gadaa:- Bineensi Bineessuma!

Baarentuu Gadaa:- Bineensi Bineessuma!

Baarentuu Gadaa irraa* Bineessi ykn waraabechi maqaa akkamiituu baafatu, maqaan akkamiituu itti mogga’u bineessuma! Haala kam keessattuu bineessi bineessummaa isaa jijjirreechuu hin danda’u. Garaa isaa guttachuuf qurxee nama nyaachuu, dallaa…

Baarentuu Gadaa:- Kan Tiitisarraa Damma Eegee Dhabe, Kan Aaruu Qabu Ofitti Malee Tiitisattii Miti

Baarentuu Gadaa:- Kan Tiitisarraa Damma Eegee Dhabe, Kan Aaruu Qabu Ofitti Malee Tiitisattii Miti

Baarentuu Gadaa irraa* Mee seenaa Habshootaa keessatti bara kam …? eenyurraa eenyutti Angoon karaa nagahaa darbee beeka …? Seenaa isaanii keessa kan jiru.. kan beekamu … aangoof jecha ilmi abbaa…

Page 1 of 212