Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » Authors » Bahru Bayisa

Baaruu Baayisaa Daaqaa: Walaloo (Artistoota Oromoof)

Baaruu Baayisaa Daaqaa: Walaloo (Artistoota Oromoof)

Ishoo yaa kannisaa! (Artistoota Oromoof) Dandii fi dirree marsii coradhu nadhii dammaa Daraaraa mara irraa dhamdhamadhu dhama; Dhugaa fi fiigi ati saafaan hin dhorkamin Yookaas bokkaa gannaa tasa hin sodaatin!…

Baaruu Baayisaa Daaqaa: Irreechaa (Walaloo)

Baaruu Baayisaa Daaqaa: Irreechaa (Walaloo)

Irreechaa Sirnaa dur dur ture Seeraa sararaa baraa keessa tare Duudha fi aadaa boonsaa Faayyoo saba Oromoo – ibsituu eenyummaa isaa! Irreechaa, Irreessaa, irreeffannaa, kan ture dur Yaadannoo Odaa Nabee…

Baaruu Baayisaa: Amma Yookaan Yoomiyyuu!

Baaruu Baayisaa irraa* AMMA YOOKAAN YOOMIYYUU! Bonni hongeen darbee arfaasaan ililliwwan halluun fayyooman magarsisuu ni dhufa. Yandoon gannaas suuta caamee birraan suga fi gabii urgaa'u ni bari'a. Akkuma kana miidhaa…