Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Posts tagged with » BBC Afaan Oromoo

BBC Afaan Oromoo: ‘Maalan jira’ irraa gara ‘Jirra’ – Haacaaluu Hundeessaa

BBC Afaan Oromoo: ‘Maalan jira’ irraa gara ‘Jirra’ – Haacaaluu Hundeessaa

“Eenyutu Waddeessaa eenyutu Jaldeessaa?” Weellisaa Hacaaluu Hundeessaa Sirbi qeenxee mata duree ‘Jirra’ jedhuun weellisaa Haacaaluu Hundeessaan tibbana gadi dhiise gamanumaan jaalatamumma guddaa horateera. Haacaaluun walleewwan Afaan Oromoo ciigoon masakaman, qor-qalbii…

Taayyee Danda’aa: Diigirii tokko xumuruuf waggoota 16 (via BBC Afaan Oromoo)

Taayyee Danda’aa: Diigirii tokko xumuruuf waggoota 16 (via BBC Afaan Oromoo)

Maatiin itti rakkatanii barsiisan, olloota gorsanii guddisan, barsiisotaa fi hiriyoota dandeetti isaa dinqisiifatan hundaaf, eebbi barataa kanaa guyyaa addaati. Finfinnee mana abbeeraa isaa fi aanaa Kuyyuu mana maatii isaatti jaataniin…

Agarsiisa suuraa Oromoo isa jalqabaa (via BBC Afaan Oromoo)

Agarsiisa suuraa Oromoo isa jalqabaa (via BBC Afaan Oromoo)

“Oromiyaan suuraaf baay’ee mijattuu taatullee agarsiisa suuraan duubatti hafneerra” Agarsiisni suuraa yeroo jalqabaaf haala teessuma lafaafi qabeenya tuurizimii akkasumas aadaa naannoon Oromiyaa qabdu irratti xiyyeefate giddugala aadaa Oromootti ilaalamaa jira.…