Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Posts tagged with » OromoProtests (Page 26)

Qeerroo: Ajjeefamuun Barataa Oromoo Daangaa Dhabe

Qeerroo: Ajjeefamuun Barataa Oromoo Daangaa Dhabe

Barataan Kutaa 10ffaa Daawwit Waaqjira Wallagga Anifilloo Keessatti Waraana Wayyaaneen Rukutamee Wareeganuun Gabaafame (Qeerroo.org – Waxabajjii 03, 2014 – Dambi Doolloo) – Gabaasa Qeerroo Qellem Wallaggaa Anfilloo Waxabajjii 03/2014 galgala keessaa sa’a…

Gasharee Abdiisaa: Walaloo – Finfinnee Dubbadhu

Gasharee Abdiisaa: Walaloo – Finfinnee Dubbadhu

Finfinnee sin arge ati qaanii hin beektu Bishaan gabateerraa gar geessan kan deemtu Gantuu lafaa taatee galfata kan nyaattu Maaf si biraa hin hafu ammalli ergaa deemtu? Bar dheengaddaa dura…

Barataa Aslaan Hasan Mana Hidhaa Keessatti Wareegame

Barataa Aslaan Hasan Mana Hidhaa Keessatti Wareegame

Barataan Yuunivarsiitii Haramaayaa Aslaan Hasan Mana Hidhaa Mootummaa Wayyaanee Keessatti Wareegame (Qeerroo.org – Waxabajjii 03, 2014 Finfinnee) – Ajjeechaan ilmaan Oromoo keessumaa barattoota Oromoo irratti xiyyeeffatamuun tarkaanfiin fudhatamaa jiru itti fufee…

Dhaamsa fi Galfata Jaallan Qabsoof Kufatnii

Dhaamsa fi Galfata Jaallan Qabsoof Kufatnii

OMN: Oduu Amma Nu Gahe

OMN: Oduu Amma Nu Gahe