Lakkoobsi Namoota Ayyaana Irreechaa Irratti Dhumanii Akka Malee Dabaluu Dubbata Paartiin Mormituu

VOA – WASHINGTON, DC – Ayyaana Irreechaa Haroo Harsadee irratti kaleessa geggeessame irratti lakkoobsi namoota dabalee jira, jedhu – itti-aanaa dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo, Obbo Mulaatuu Gammachuu. Mootummaan Itiyoophiyaa namoota…
VOA: Hucuu Gurraacha Of Irraa Baaftan Malee Mana Murtiitti Hin Dhiyaattan Nuun Jedhan: Himatamtoota Garee Mormituu

…